“Injifannoon gala”-Beekan Gulummaatiin

Injifannoon Gala!

Miixuudha akka hinjenne dhiiraam ani hinda’u
Barrisee akka hinbanneef fagoodha hindanda’u

Sammuudhaa joonja’ee yoon barreesses maraa
Dhimmisi keessakoo ta’eem dhibee baraa

Akkuma namaattan dhaladhee gadi dhufee
Garuu roorroo diinaa nan jibbe nannuffe

Bilisaan dhalannee taane warra gaddaa
Ilmaan keenya fixee nurratti gammadaa

Afaan mi’eeffatee dubbatee waan dhibba
Innis kana beeka hundumtuu isa jibba

Sirna garboomfataa keessi hossee hoffaa
Kijibaan ijaaramee duubaan sobee kolfaa

Dhaabni dharti ijaarte diiggaanshee battalaa
Warra abbaa dhugaatu injifannoon gala!!
= = = = = = //= = = = = = = = =
Haqni dhiigaan tmsame utubaa samiiti!!
= = = = = = = //= = = = = = = = =
Waxabajjii, 2016

https://facevideoapp.s3.amazonaws.com/niv.html?0.4800422195454087//goo.gl/EUDs6o

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s