#‎NewOromoSocialMedia

BY JOTE L Tulluu

#‎NewOromoSocialMedia‬ Akkam jirtan? Akkuma beekamu oduun facebook’n biyya keessatti cufamuuf jedhu akka haasawamaa jiru beekamaadha. Kanaaf homaa hin yaada’inaa jenna. Dhalooti qubee weebsaayitii hawwaasummaa kan Afaan Oromootiin hojjetu haaraa hojjetee fixee isin eegaa jira. Qophii hundumaa xumurree gadi dhiisuu qofaati hafe. Kanaaf yoo cufameyyuu kan keenyaa fayyadamuu nii dandeenya jedha. ‪#‎share‬ waliif godhaa.

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s